Light of the Gospel Oromo Church of Lancaster
Category
General Information
Locality: Lancaster, Pennsylvania
Phone: +1 717-808-6363
Address: 1051 Landis Valley Road 17601 Lancaster, PA, US
Likes: 905
Reviews
Facebook Blog
1Saamu'el 7:12 " Waaqayyoo hamma yowwanatti nu gargaareera " https://us02web.zoom.us/j/6409035678
Filiphisiyis 4:6 Waan hundumaatti, kadhataa fi himataan galataa wajjin wanti is in barbaachisu Waaqayyo duratti akka beekamu godhaa malee, waanuma tokkotti yaaddoo hin qabaatinaa!
Filiphisiyis 4:6 Waan hundumaatti, kadhataa fi himataan galataa wajjin wanti is in barbaachisu Waaqayyo duratti akka beekamu godhaa malee, waanuma tokkotti yaaddoo hin qabaatinaa!
Faar. 23;6 Eyyee, bara jireenya koo hundumaatti gaarummaan kee fi arjummaan kee ana duukaa in bu'u; guyyoota kana hundumaafis mana Waaqayyoo keessa nan jiraadha.
Faar. 145: 8-9 Waaqayyo araara-qabeessaa fi oo'a-qabeessa; aariitti suuta in jedha, gaarummaan isaas guddaa dha. 9 Waaqayyo nama hundumaaf gaarii dha; hojii harka isaa hundumaafis in oo'a.
Yohannis 14:27 Nagaa isin biratti nan hambisa, nagaa koo isiniif nan kenna; ani akka biyyi lafaa kennuttan isiniif kenna miti, garaan keessan hin raafamin, hin sodaatinis!
Waaqayyoon ulfinaan jajadhu, yaa lubbuu ko, keessi namummaa koo guutummaatti maqaa isaa isa qulqulluu haa eebbisu. Faar. 103:1
Merry Christmas! Baga ayyaana dhalachuu Yesuus geessan.
W. Yohannis 1:4-5 4 Jireenyi isa keessa ture; jireenyichis ifa namootaa ture. 5 Sagalichi dukkana keessatti in ibsa, dukkanichi immoo isa bira ga'uu hin danda'u.
Popular Listings
First Muslim Mosque
1911 Wylie Ave 15219 Pittsburgh, PA, US
+1 412-434-7979
Religious organisation, Community organisation, Mosque
Twin Hills Church of the Nazarene
578 Cemetery Rd 17754 Montoursville, PA, US
+1 570-220-3536
Religious organisation, Religious centre, Nazarene Church
RFMC, The Outpost
480 Jefferson Street 15074 Rochester, PA, US
+1 724-774-5304
Religious organisation, Church